![]() |
|
Hiikoonni kunneen gosa fayilaa PDF dhaan argamu, akkasumas gosa fayila itti dubbisuun Adobe Reader © jedhamuun ilaalamuu ni danda’au. |
|
|
|
Seera Uumamaa 1-11 (Genesis 1-11) Seera Uumamaa 12-50 (Genesis 12-50) Wangeela Yohaannis; 1, 2, 3 Yohaannis (Gospel of John; 1, 2 & 3 John) Hojii Ergamootaa (Book of Acts) Roomaa (The Book of Romans) |
|
Weebsiiytiin qo’annoo Macaafa Qulqulluu bilisaan qophaa’ee kun Macaafa
Qulqulluu haala addaatiin barreeffamee irratti kan of keenneedha.Inni
amantii(fayyina) akkasumas gocha(Jireenya kiristaanumaa) burqaa isa
qofaadha. Yaada hiika Macaafa Qulqulluu keessa issa jiru argachuuf bantuu kan ta’anu. |
|
Barreessaa isa jalqabaa waan inni jechuu barbaade : (1) filannoo gosa
barreeffamaa (2) haala dubbisaa isa kallattii (3)filannoo
seer-lugaa,(4)Filannoo jechootaa. (5) teessuma seenaa barreessichaa tii
fi barreeffamaa akkasumas (6)dubbisa wal maddii(Hiiktuun gaariin kan
Macaafa hafuuraan barreeffamee mcaafa haafuraan barreeffamee sana
qofaadha.Macaafni Qulqulluun mana kitaabaa dhugaati.) Barreessiichii barnoota akkaadamiitiin baayyee kan leenji’eedha(jalqaba isaatiif ibsa ejjannoo amantii isaa www.freebiblecommentary.org irraa ilaali.) seeraa hiikaatiin (akkataa hiikkama Macaafa Qulqulluutiin ) akkasumas |
|
|
Nan abdadha seeminaarrii hiiktuu Macaafa Qulqulluu koo akka inni eebba
isiniif ta’u akkasumas hiiktuun waraabbii waraabbiitiin ta’uu gara
Waaqayyootti isin harkisa. Dr. Boob Utlyii Profeesora Hermenetiksii seera hiiktuu (Sooroma kan bahe) |
| Copyright © 2012 Bible Lessons International, P.O. Box 1289, Marshall, TX 75671, USA |